January 2, 2025

Koreewwan Dhaabbii, Oduu

Gamaaggamni Argama oditii koree dhaabbii mana marii dhimma bajataa fi faayinaansiin gaggeeffamu akkuma itti fufetti jira.

Koreen dhaabbii dhimma baajataa fi faayinaansii argama oditii manneen hojii seektaroota naannoo fi bulchiinsa aanaa qorachuun kallattii kaa’eera. Bu’uuruma kallattii yaa’ii idilee Mana Marii Naannoo Hararii Marsaa 6ffaa Waggaa 3ffaa Yaa’ii Idilee 6ffaa irratti kenname bu’uureeffachuun koreen dhaabbii dhimma baajataa fi faayinaansii akka qulqulleessuu qajeelfamuun isaa ni yaadatama. Haaluma kanaan koreen dhaabbii dhimma baajataa fi […]

Koreewwan Dhaabbii

Gamaaggamni Argama oditii koree dhaabbii mana marii dhimma bajataa fi faayinaansiin gaggeeffamu akkuma itti fufetti jira.

Koreen dhaabbii dhimma baajataa fi faayinaansii guyyaa har’aa argamoota odiitii mana murtii waliigalaa akkasumas bulchiinsa aanaa Abaadir kan bara 2012-2015 qorachuun kallattii sirreeffamaa kaa’eera. Hoggantoonni akkasumas daarektaronni bittaa fi faayinaansii mana murtii waliigalaa fi bulchiinsa aanaa Abaadir argamoota odiitii dhiyaataniif deebisaa itti laataniiru. Walitti qabduun koree dhaabbii dhimma baajataa fi faayinaansii Aadde Fatiyaa Saanii dhimmoota

Scroll to Top