December 30, 2024

Mana_Marii_N_harari, Oduu

Walitti dhufeenya manneen maree cimsuun ummata haqaan tajaajiluuf gahee olaanaa akka qabu waljijjiirraan muuxannoo ga’ee olaanaa akka qabu ibsameera.

Dura taa’oonni koree dhaabbii Mana Maree Naannoo Somaalee fi Hoggantoonni Hojii Dura Taa’oota Koree Dhaabbii Mana Maree Naannoo Hararii fi Hoggantoota Hojii waliin muuxannoo wal jijjiirraniiru.Afyaa’iin Yaa’ii Naannoo Hararii Sulxaan Abdus Salam yeroo sana ergaa dabarsan keessatti, ummata bakka bu’an tajaajiluun itti quufinsa ummataa mirkaneessuuf gaheen yaa’ii naannolee yeroo adda addaatti qaban barbaachisaa ta’uu ibsaniiru.Afyaa’iin […]

Oduu

Manni Maree Naannoo Somaalee Mana Maree Naannoo Hararii waliin muuxannoo waljijjiireera.

Walitti dhufeenya manneen maree cimsuun ummata haqaan tajaajiluuf gahee olaanaa akka qabu waljijjiirraan muuxannoo ga’ee olaanaa akka qabu ibsameera.Dura taa’oonni koree dhaabbii Mana Maree Naannoo Somaalee fi Hoggantoonni Hojii Dura Taa’oota Koree Dhaabbii Mana Maree Naannoo Hararii fi Hoggantoota Hojii waliin muuxannoo wal jijjiirraniiru.Afyaa’iin Mana Maree Naannoo Hararii Obbo Hariifii Mohaammad caasaa fi hojimaata Mana

Oduu

Manni maree naannichaa Aanaa Erer keessatti mana harka qalleeyyii baasii birrii kuma 600n Araddaa Hawaayee kessattii ijaaree sirna walharkaa fuudhinsa gaggeessee jira.

Manni Maree Naannoo Hararii Aanaa Erer keessatti mana jireenyaa galii xiqqaan Birrii kuma 600n Hawaayee Kebeleen ijaarameef sirna walharkaa fuudhinsa gaggeessee jira.Sirna kanarratti Af-yaa’iin Mana Maree Naannoo Hararii Sulxaan Abdusalaam mootummaan naannichaa deggersa tajaajila tola ooltummaaf qabu cimsee kan itti fufu ta’uu ibsaniiru.Keessattuu, Badhaadhinni Poortii hojiiwwan namoota irratti xiyyeeffatan irratti xiyyeeffatee hojjechaa jiraachuu ibsuun, kunis

Scroll to Top