Koreewwan Dhaabbii

Koreen Dhaabbii Mana Maree Naannichaa adeemsa hojii Giddugala Qalmaa Naannoo (Mana Qalmaa) ilaalaniiru.

Koreen Dhaabbii Mana Maree Dhimma Diinagdee Naannoo Hararii Obbo Jibriil Mohaammad fi miseensonni Koree Dhaabbii Mana Maree Naannichaa halkan walakkaa sa’aatii hojiitti galgala sa’aatii 6:00tti Giddugala Tajaajila Qalmaa Naannichaa (Kera) irratti argamuun hojii giddugalichaa ilaalaniiru .Daawwannaa kanarratti hogganaan bulchiinsa magaalaa Harar obbo Eliyaas Yoonis waa’ee tajaajila waliigalaa wiirtuun tajaajila mana qalmaa kennu fi adeemsa ijaarsaa […]