Guyyaan Sab-lammootaa fi Ummataa 19ffaan sagantaalee adda addaatiin haala tokkummaa sabaa cimsuun kabajamaa jira jedhan Afyaa’iin Mana Maree Naannoo Hararii obbo Sulxaan Abdulsalaam.
Guyyaan Sab-lammootaa fi Ummataa 19ffaan sagantaalee adda addaatiin haala tokkummaa sabaa cimsuun kabajamaa jira jedhan Afyaa’iin Mana Maree Naannoo Hararii obbo Sulxaan Abdulsalaam.Kabaja Guyyaa Saboota fi Ummata Itiyoophiyaa 19ffaa godina Harariitti kabajuu ilaalchisee koree ayyaanichaa waliin mariin gaggeeffameera.Af-yaa’iin Mana Maree Naannoo Hararii obbo Sulxaan Andusalam marii kanarratti akka jedhanitti, guyyaan sabaa fi sab-lammootaa fi ummataa […]