Mana_Marii_N_harari

Mana_Marii_N_harari

Mana_Marii_N_harari

Koreen Dhaabbii Mana Marii Naannoo Hararii Pirojektii Kaappitaalaa Komishiinii Poolisii Naannoo Harariin hojjatamaa jiran daawwateera.

Jiilli koree dhaabbii mana marii naannoo hararii Sagantaa daawwannaa taasiseen hojii sirna hordoffii kaameeraa ”CCTV” magaalaa harar haammate diriirsuu hojjatamaa jiran fi meeshaalee bitaman daawwateera. Pirojektiin ”CCTV” kaameeraa kuni waliigala baajatni birrii miliyoona 115 Adoolessa bara 2016 jalqabee ta’uu raawwiin fiizikaalii dhibbeentaa 80 irra jiraachuu fi hojicha yeroo dhiyootti xumuruuf kutannoon kan hojjatamaa jiru ta’uu […]

Mana_Marii_N_harari, Oduu

Walitti dhufeenya manneen maree cimsuun ummata haqaan tajaajiluuf gahee olaanaa akka qabu waljijjiirraan muuxannoo ga’ee olaanaa akka qabu ibsameera.

Dura taa’oonni koree dhaabbii Mana Maree Naannoo Somaalee fi Hoggantoonni Hojii Dura Taa’oota Koree Dhaabbii Mana Maree Naannoo Hararii fi Hoggantoota Hojii waliin muuxannoo wal jijjiirraniiru.Afyaa’iin Yaa’ii Naannoo Hararii Sulxaan Abdus Salam yeroo sana ergaa dabarsan keessatti, ummata bakka bu’an tajaajiluun itti quufinsa ummataa mirkaneessuuf gaheen yaa’ii naannolee yeroo adda addaatti qaban barbaachisaa ta’uu ibsaniiru.Afyaa’iin

Mana_Marii_N_harari, Oduu

Guyyaan Sab-lammootaa fi Ummataa 19ffaan sagantaalee adda addaatiin haala tokkummaa sabaa cimsuun kabajamaa jira jedhan Afyaa’iin Mana Maree Naannoo Hararii obbo Sulxaan Abdulsalaam.

Guyyaan Sab-lammootaa fi Ummataa 19ffaan sagantaalee adda addaatiin haala tokkummaa sabaa cimsuun kabajamaa jira jedhan Afyaa’iin Mana Maree Naannoo Hararii obbo Sulxaan Abdulsalaam.Kabaja Guyyaa Saboota fi Ummata Itiyoophiyaa 19ffaa godina Harariitti kabajuu ilaalchisee koree ayyaanichaa waliin mariin gaggeeffameera.Af-yaa’iin Mana Maree Naannoo Hararii obbo Sulxaan Andusalam marii kanarratti akka jedhanitti, guyyaan sabaa fi sab-lammootaa fi ummataa

Mana_Marii_N_harari, Oduu

Erga jijjiiramni dhufee as sirna federaalaa hojiirra oolchuun jijjiiramni qabatamaan galmaa’ee jira – Prisdentii Motumma nannoo Harari obbo Ordin Bedri

Piiresdinatiin Naannoo Hararii Ordin Bedri erga jijjiiramni dhufee as heera mootummaa gara dhugaa qabatamaatti jijjiiruun tokkummaa biyyaalessaa guddisuun jijjiirama jajjabeessaa galmaan gahuu danda’uu ibsaniiru.Naannoo Harariitti sagantaan kabaja guyyaa sab-lammootaa fi ummatoota 19ffaa gaggeeffameera.Hogganaan Mootummaa Naannoo Hararii obbo Ordin Badrii sagantaa gabaabduu isaanii keessatti akka ibsanitti, erga jijjiiramni dhufee as heera mootummaa gara dhugaa qabatamaatti jijjiiruu

Mana_Marii_N_harari, Oduu

Guyyaan Saba, Sablammoota fi Ummata Itoophiyaaa naannoo Harariitti kabajamaa jira.

Ayyaanni Saba, Sablammoota fi Ummata Itoophiyaa 19ffaa sadarkaa naannootti bakka Itti Gaafatamaan Biyya Ordin Bedri argamanitti gaggeeffamaa jira.Ayyaana kana irratti Hogganaan Mootummaa, Afyaa’ii Gumii Biyyaalessaa Magaalaa Hararii Obbo Muhyedin Ahmed, Af-yaa’ii Mana Maree Magaalaa Dredawaa Aadde Faatiyaa Adeen, Itti Aanaa Af-yaa’ii Mana Maree Naannoo Somaalee Ibraahim Hassan, Itti Aanaa Af-yaa’ii Mana Maree Magaalaa Dredawa dabalatee

Scroll to Top