Ayyaanni Saba, Sablammoota fi Ummata Itoophiyaa 19ffaa sadarkaa naannootti bakka Itti Gaafatamaan Biyya Ordin Bedri argamanitti gaggeeffamaa jira.
Ayyaana kana irratti Hogganaan Mootummaa, Afyaa’ii Gumii Biyyaalessaa Magaalaa Hararii Obbo Muhyedin Ahmed, Af-yaa’ii Mana Maree Magaalaa Dredawaa Aadde Faatiyaa Adeen, Itti Aanaa Af-yaa’ii Mana Maree Naannoo Somaalee Ibraahim Hassan, Itti Aanaa Af-yaa’ii Mana Maree Magaalaa Dredawa dabalatee Aadde Kaarimaa Alii, Itti Aanaa Af-yaa’ii Mana Maree Naannoo Hararii Obbo Ariif Mohaammad, waajjira Paartii Badhaadhinaa naannichaa keessatti Chiif Geetuu Woyesaa, miseensonni kaabinee, hoggantoonni dhaabbilee biroo, hoggantoonni aanaalee fi keessummoonni affeeraman hirmaachaa jiru




