481103520_1070407378464103_7304502713259467953_n
453237796_913152774189565_4398710538409633441_n

Ordin Bedri
mana_marii
Ordinbedri
harari_regional_council
የምክር ቤቱ ራዕይ
Saba_sablamoota
453043478_913150500856459_750976141541418676_n
453051226_913152837522892_5848421245132591737_n
Abdulakim Omer
480664110_1070407521797422_7459432983793539551_n
480664110_1070407521797422_7459432983793539551_n
480738664_1070738418430999_4634351199367193586_n
480781960_1070594311778743_3544961791548599255_n
481072227_1070495275121980_6023126785832122593_n
481103520_1070407378464103_7304502713259467953_n
481179540_1070407471797427_9217561603021290579_n
PlayPause
previous arrow
next arrow

Guddinaa fi misooma Waraa naannoo Hararii keessatti Ni Mirkaanessina

Manni Marii Naannoo Hararii nagaa, bulchiinsa, dimokiraasii, itti gaafatamummaa fi iftoomina badhaadhina gara fuula duraa mirkaneessuuf akkamitti akka hojjetu baruuf nu waliin ta'aa, guddinaa fi nageenya ummata keenyaa waliin haa mirkanesine.

የምክር ቤት  ተግባርና ኃላፊነት

36

Misensa Mana Marii

4

Koree Dhabii

145

Qajeelfamaa

15

Denbii

Oduu Haara

Koreen Dhaabbii Mana Marii Naannoo Hararii Pirojektii Kaappitaalaa Komishiinii Poolisii Naannoo Harariin hojjatamaa jiran daawwateera.

Jiilli koree dhaabbii mana marii naannoo hararii Sagantaa daawwannaa taasiseen hojii sirna hordoffii kaameeraa ”CCTV” magaalaa harar haammate diriirsuu hojjatamaa jiran fi meeshaalee...

Bakka bu’oonni koree dhaabbii Mana Maree Naannoo Hararii adeemsaa fi raawwii pirojektoota Abbaa Taayitaa Bishaanii fi Dhangala’aa Naannichaatiin hojjetamaa jiran ilaalaniiru.

Koreen Dhaabbii Mana Maree Naannichaa pirojektoota kaappitaalaa Abbaa Taayitaa Bishaanii fi Dhangala’aa Naannichaa raawwachaa jiran, jechuunis warshaa bishaan xuraa’aa deebi’ee fayyadamu (warshaa...

Koreen Dhaabbii Mana Maree Naannoo Hararii raawwii pirojektoota kaappitaalaa bara bajataa 2017 gamaaggamuu eegaleera.

Koreen Dhaabbii Mana Maree Naannichaas qaama gamaaggama raawwii pirojektii gaggeeffamaa jiruun pirojektoota Biiroo Barnootaa Naannichaatiin hojjetamaa jiran daawwateera.Jilli kun pirojektoota Biiroo...

Gamaaggamni Argama oditii koree dhaabbii mana marii dhimma bajataa fi faayinaansiin gaggeeffamu akkuma itti fufetti jira.

Koreen dhaabbii dhimma baajataa fi faayinaansii argama oditii manneen hojii seektaroota naannoo fi bulchiinsa aanaa qorachuun kallattii kaa’eera. Bu’uuruma kallattii yaa’ii idilee...

Gamaaggamni Argama oditii koree dhaabbii mana marii dhimma bajataa fi faayinaansiin gaggeeffamu akkuma itti fufetti jira.

Koreen dhaabbii dhimma baajataa fi faayinaansii guyyaa har’aa argamoota odiitii mana murtii waliigalaa akkasumas bulchiinsa aanaa Abaadir kan bara 2012-2015 qorachuun kallattii sirreeffamaa...

Walitti dhufeenya manneen maree cimsuun ummata haqaan tajaajiluuf gahee olaanaa akka qabu waljijjiirraan muuxannoo ga’ee olaanaa akka qabu ibsameera.

Dura taa’oonni koree dhaabbii Mana Maree Naannoo Somaalee fi Hoggantoonni Hojii Dura Taa’oota Koree Dhaabbii Mana Maree Naannoo Hararii fi Hoggantoota Hojii waliin muuxannoo wal...

Manni Maree Naannoo Somaalee Mana Maree Naannoo Hararii waliin muuxannoo waljijjiireera.

Walitti dhufeenya manneen maree cimsuun ummata haqaan tajaajiluuf gahee olaanaa akka qabu waljijjiirraan muuxannoo ga’ee olaanaa akka qabu ibsameera.Dura taa’oonni koree dhaabbii Mana Maree Naannoo...

Manni maree naannichaa Aanaa Erer keessatti mana harka qalleeyyii baasii birrii kuma 600n Araddaa Hawaayee kessattii ijaaree sirna walharkaa fuudhinsa gaggeessee jira.

Manni Maree Naannoo Hararii Aanaa Erer keessatti mana jireenyaa galii xiqqaan Birrii kuma 600n Hawaayee Kebeleen ijaarameef sirna walharkaa fuudhinsa gaggeessee jira.Sirna kanarratti Af-yaa’iin Mana...

Koreen Dhaabbii Mana Maree Naannichaa adeemsa hojii Giddugala Qalmaa Naannoo (Mana Qalmaa) ilaalaniiru.

Koreen Dhaabbii Mana Maree Dhimma Diinagdee Naannoo Hararii Obbo Jibriil Mohaammad fi miseensonni Koree Dhaabbii Mana Maree Naannichaa halkan walakkaa sa’aatii hojiitti galgala sa’aatii...

የህዝብና የመንግስትን ጥቅም እናስቀድማለን! በማህበራዊ ሚዲያ ላይ ይከተሉን።

Scroll to Top