December 2024

Mana_Marii_N_harari, Oduu

Walitti dhufeenya manneen maree cimsuun ummata haqaan tajaajiluuf gahee olaanaa akka qabu waljijjiirraan muuxannoo ga’ee olaanaa akka qabu ibsameera.

Dura taa’oonni koree dhaabbii Mana Maree Naannoo Somaalee fi Hoggantoonni Hojii Dura Taa’oota Koree Dhaabbii Mana Maree Naannoo Hararii fi Hoggantoota Hojii waliin muuxannoo wal jijjiirraniiru.Afyaa’iin Yaa’ii Naannoo Hararii Sulxaan Abdus Salam yeroo sana ergaa dabarsan keessatti, ummata bakka bu’an tajaajiluun itti quufinsa ummataa mirkaneessuuf gaheen yaa’ii naannolee yeroo adda addaatti qaban barbaachisaa ta’uu ibsaniiru.Afyaa’iin […]

Oduu

Manni Maree Naannoo Somaalee Mana Maree Naannoo Hararii waliin muuxannoo waljijjiireera.

Walitti dhufeenya manneen maree cimsuun ummata haqaan tajaajiluuf gahee olaanaa akka qabu waljijjiirraan muuxannoo ga’ee olaanaa akka qabu ibsameera.Dura taa’oonni koree dhaabbii Mana Maree Naannoo Somaalee fi Hoggantoonni Hojii Dura Taa’oota Koree Dhaabbii Mana Maree Naannoo Hararii fi Hoggantoota Hojii waliin muuxannoo wal jijjiirraniiru.Afyaa’iin Mana Maree Naannoo Hararii Obbo Hariifii Mohaammad caasaa fi hojimaata Mana

Oduu

Manni maree naannichaa Aanaa Erer keessatti mana harka qalleeyyii baasii birrii kuma 600n Araddaa Hawaayee kessattii ijaaree sirna walharkaa fuudhinsa gaggeessee jira.

Manni Maree Naannoo Hararii Aanaa Erer keessatti mana jireenyaa galii xiqqaan Birrii kuma 600n Hawaayee Kebeleen ijaarameef sirna walharkaa fuudhinsa gaggeessee jira.Sirna kanarratti Af-yaa’iin Mana Maree Naannoo Hararii Sulxaan Abdusalaam mootummaan naannichaa deggersa tajaajila tola ooltummaaf qabu cimsee kan itti fufu ta’uu ibsaniiru.Keessattuu, Badhaadhinni Poortii hojiiwwan namoota irratti xiyyeeffatan irratti xiyyeeffatee hojjechaa jiraachuu ibsuun, kunis

Koreewwan Dhaabbii

Koreen Dhaabbii Mana Maree Naannichaa adeemsa hojii Giddugala Qalmaa Naannoo (Mana Qalmaa) ilaalaniiru.

Koreen Dhaabbii Mana Maree Dhimma Diinagdee Naannoo Hararii Obbo Jibriil Mohaammad fi miseensonni Koree Dhaabbii Mana Maree Naannichaa halkan walakkaa sa’aatii hojiitti galgala sa’aatii 6:00tti Giddugala Tajaajila Qalmaa Naannichaa (Kera) irratti argamuun hojii giddugalichaa ilaalaniiru .Daawwannaa kanarratti hogganaan bulchiinsa magaalaa Harar obbo Eliyaas Yoonis waa’ee tajaajila waliigalaa wiirtuun tajaajila mana qalmaa kennu fi adeemsa ijaarsaa

Oduu

Guyyaan Saba, Sab-lammootaa fi Ummata Itiyoophiyaa ayyaana sab-lammoonni gatii isaanii itti qooddatanii fi tokkummaa sabaa isaanii itti cimsan ta’uu ibsameera.

Waggaa waggaan Adoolessa 29 Guyyaan Sab-lammootaa fi Ummatoota Itiyoophiyaa Bulchiinsa Dredawaatti dhaadannoo “Waliigaltee Biyyaalessaa Tokkummaa Biyyaalessaa” jedhuun bara kana yeroo 19ffaaf kabajamaa jira. Waltajjii xumuraa irrattis Kabajamoo Kantiibaa Bulchiinsa Dredawaa Obbo Kedir Juhar, Af-yaa’ii Mana Maree Bulchiinsa Dredawaa Kabajamoo Aadde Fethia Aden, Hoggantuun Paartii Badhaadhinaa Waajjira Dredawaa Obbo Ibraahim Yaasuf, Af-yaa’ootaa fi Itti Aanaa Af-yaa’ii

Scroll to Top